📝
Frequently asked questions
waa'ee HPV kan beekuu qabdan
Caalatti baruuf gaaffileerra cuqaasaa
1. Vaayirasiin huuman paappiloomaa (HPV) maalidhaa?
2. Ani qabamuu nan danda'aa?
There is an Infographic showing the risk factors that are related to HPV such as sex, substance abuse, reproductive health, body composition, infections and puberty
3. Balaafamaadha?
There is an infographic showing how HPV causes cancer. When HPV infection occurs, the virus may remain dormant or cause warts or damage DNA hence causing cancer
4. Naannoo kaansariin ulaa gadameessaa jirutti hangam balaa qaqqabsiisaa?
There is a map showing incidence and mortality rates in women around the world. It is noted that death rates of women in Africa are higher than anywhere else
5. Eenyufaatu caalaa miidhamaa?
Dubartoonni Afrikaa keessa jiran haala hamaa ta'een miidhamaniiru.

Biyyoota Afirkaa keessaa waggaa waggaan dubartoonni kuma 100 ol ta'an kaansariin ulaa gadameessa kan irratti argamu yoo ta'u wallaansa yoo hin argatiin kudhan keessaa ja'a ni du'u.

Dhukkubicharratti hubannoon gadaanaafi wallaansi gahaan dhibuun biyyoota Afirkaa keessatti akka dhukkubichi hammaatu taaasiseera.Dubartoonni Afirkaa dubartoota ardii biraa waliin yoo ilaalaman carraa wallaansa dhibee kaansarii kanaaf argatan baayyee gadaanaadha.
6. HPV irraa of eeguudhaaf maal gochuun danda'aa?
Development: Purity Birir, Design: Millie Wachira, Animation: George Wafula, Research & Writing: Sheila Kimani, Anthony Makokha, Producer: Hugo Williams, Muthoni Muchiri & Millie Wachira.